Surxiqqoo

Gulaaltuu akka sarxaa guutaatti fayyadamuu barbaadde fili, ykn sarxaa pikseelii dhunfaa keeti uumi. Akkasumas surxiqqoolee alaaguu fi olkaa'uu ykn tarreewwan surxiqqoo fe'uu dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - Area - Bitmaps tab


Gulaaltuu sarxaa

Sarxaa surxiqqoo salphaa, hallu-lame, pikseelii 8x8 uumuuf gulaaltuu kana fayyadami.

Tarsaa

Gulaaltuu kana dandeessisuuf, surxiqqoo Duuwwaa tarreea surxiqqoo keessa fili.

Alaaguu

Surxiqqoo alaaguu barbaaddu hundeessi, sana booda Bani cuqaasi. Surxiqqqoon dhuma arree surxiqqoolee jireessaatti dabalama.

Haqi

Maalimaa ykn maalimoota filataman dhugoomsa booda haqa.

Dirree Durargii

Durargii filannoo ammee agarsiisi.