Hulaa Soraa

Amaloota sarxaa hulaa soraa tarreewwan hulaa soraa qindeessi ykn olkaa'uun fe'i.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - Area - Hatching tab


Amala

Sarxaa hulaa soraa hiiki ykn fooyyessi.

Addaan fageessuu

Hanga addaan fageenya sararoota hulaa soraa gidduuti qabachuu barbaaddu galchi.

Kofa

Kofa marfamaa sararoota hulaa soraatif galchi ykn qubannoo kofa tarsaa keessaa cuqaasi.

Akaakuu sararaa

Akaakuu sararoota hulaa soraa fayyadamuu barbaaddu fili.

Halluu sararaa

Halluu hulaa soraa sararootaa fili.

Tarree Hulaa Soraa

Lists the available hatching patterns. You can also modify or create your own hatching pattern.

Ida'i

Tarree ammeetti maamiloo sarxaa hulaa soraa dabala. Amaloota sarxaa sarxaa hulaa soraa keetii ifteessi, sana booda qabdoo kana cuqaasi.

Fooyyessi

Amaloota hulaa soraa ammee sarxaa hulaa soraa filatame irratti fayyadama. Yoo barbaadde, sarxaa maqaa adda addaa jalatti olkka'uu dandeessa.

Haqi

Maalimaa ykn maalimoota filataman dhugoomsa booda haqa.

Dirree Durargii

Durargii filannoo ammee agarsiisi.