Gargaartoota

Amaloota gargaartoo qindeessi ykn tarreewwan gargaartoo olkaa'un fe'i.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - Area - Gradients tab


Akaakuu

Gargaartota fayyadamuu barbaade fili.

Handhuura X

Bakka 0% argama surdaala ammeetti walitti galoo halluu dhuma gargaarttootti surdaala iddoodaa gargaartoodhaf garagalchi. Halluun qabxii dhuma halluu sanduuqa Gara keessatti filatamee dha.

Handhuura Y

Bakka 0% argama sarjaa ammeetti walitti galoo halluu dhuma gargaarttootti sarjaa iddoodaa gargaartoodhaf garagalchi. Halluun qabxii dhuma halluu sanduuqa Gara keessatti filatamee dha.

Kofa

Gargaaroo filatameef kofa naannawaa galchi.

Handaara

Hanga bal'ina halluu qabxii dhumaa gargaartoo irraa kan sirreessuuu barbaade galchi. Halluun qabxii dhumaa halluu sanduuqa Gara keessatti filatamee dha.

Irraa

Halluu qabxii jalqabaa gargaartoo fili.

Bakka 0% walitti galoo gurraachaaf 100%kan halluu filatameetti, sanduuqa Irraa halluu keessaaf fedhii galchi.

Gara

Halluu qabxii dhuma gargaatoof fili.

Bakka 0% gurraachaa fi 100%kan halluu filatameetti, sanduuqa Irraa halluu keessaaf fedhii galchi.

Ida'i

Gargaartoo maamiloo tarreewwan ammeetti dabala. Amaloota gargaartoo kee ifteessi, sana booda qabduu kana cuqaasi

Fooyyessi

Amalootni gargaartoo ammee gargaartoo filatameef fayyada. Yoo barbaadde, gargaartoo maqaa garaagaraa jalatti olkaa'uu dandeessa.

Haqi

Maalimaa ykn maalimoota filataman dhugoomsa booda haqa.

Dirree Durargii

Durargii filannoo ammee agarsiisi.