Haalatoota xiyyaa

Haalatoota xiyyaa gulaala ykn uuma.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - Line - Arrow Styles tab


Haalatoota xiyyaa gurmeessi

Haalatoota xiyya tarree ammee akka gurmeessitu sii heeyyama.

Mata duree

Maqaa kan haalata xiyyaa filatamee agarsiisa.

Haalata xiyyaa

Sanduuqa tarree keessaa haalata xiyyaa durmurtaawoo fili.

Ida'i

Haalata xiyya maamiloo hiikuuf, fakkaasa wantaa gallmee keessaa filuun, as cuqaasi.

Fooyyessi

Maqaa haalata xiyya filatamee jijjiira.

Haqi

Maalimaa ykn maalimoota filataman dhugoomsa booda haqa.

Haalatoota xiyyaa fe'i

Tarree haalatoota xiyyaa alaaga.

Haalatoota xiyyaa olkaa'i

Haalatoota xiyyaa tarree ammee olkaa'a, kanaaf booda fe'uu dandeessa.

Dirree Durargii

Durargii filannoo ammee agarsiisi.