Haalatoota Sararaa

Haalatoota sararaa mursa'aa ykn tuqaa gulaala ykn uuma.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - Line - Line Styles tab


Amala

Haalata Sararaa

Haalata sararaa uumuu barbaaddu fili.

Akaakuu

Waliin makiinsa mursa'aa fi xuqaale barbaaddu fili.

Lakkoofsa

Lakkoofsa yeroo hammamii tuqeessuu ykn mursaa'essu babrbaadde tarree keessatti akka mul'atan galchi.

Dheerina

Dheerina mursa'aa galchi.

Addaan fageessuu

Hanga addaan fageenya tuqaalee ykn mmursaalee gidduutti dhisuu barbaadde galchi.

Yabbina sararaatin walsimi

Galfatoota dheerina sararaatinwalitti dhufeenya qaban ofumaan sirreessa.

Ida'i

Qindaa'inoota ammee fayyadamuudhan haalata sararaa haaraa uuma.

Maqaa

Haala galchi.

Fooyyessi

Qindaa'inoota ammee fayyadamuudhan haalata sarara filatamee haaromsa. Maqaa haalata filatamee jijjiiruuf yeroo kaafame maqaa haaraa galchi

Haqi

Maalimaa ykn maalimoota filataman dhugoomsa booda haqa.

Gabatee haalata sararaa fe'i

Tarree haalatoota sararaa alaaga.

Gabatee haalata sararaa olkaa'i

Haalaoota tarree ammee akka irra deebitee fe'uu dandeessuf olkaa'a.

Dirree Durargii

Durargii filannoo ammee agarsiisi.