Distribute Columns Equally

Yabbina tarjaa filamee tarjaa isa baay'ee yabbuu ta'e waliin filannoo keessatti sirreessa. Yabbina waliigalaa gabatee yabbina fuulaa caaluu hin qabu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Kamshaa Guutola kabala Gabatee irraa baniitii,

Sajoo cuqaasi.

Distribute Columns Equally