Mirgada

Barruu filatame mirgada taasisa. Yoo qareen jecha keessa jiraate, jechi marri mirgada ta'a. Yoo filannoon ykn jechi mirgada ta'ee argame, dhaangessuun ni haaqama.

Yoo qareen jecha keessa hin taane fi barruun hin filatamne, haalatni bocquu barruu katabde irratti hojjeeffama.

Ajaja kana bira gahuuf...

Baafata halqarraa bani - Halata - Mirgadafili

Sajoo

Mirgada