Mandheewwan Adda Baasuu

Splits the cell or group of cells horizontally or vertically into the number of cells that you enter.

Ajaja kana bira gahuuf...

Kabala Gabatee iraa, cuqaasi

Sajoo

Mandheewwan Adda Baasuu


Man'ee addabaa ...keessatti

Lakkoofsa tarree ykn tarjaa kan mandhee(wwan) filaman itti adda baasuu barbaadde galchi.

Qixa

Sardalaan

Mandhee(wwan) filaman tarreewwan iddoo saanduqa Mandhee Adda Baasikeessatti ifteessa.

Gitaawaa walqixatti

Mandheewwan bakka tarree dheerina walqixaatti adda baasa.

Sarjina

Mandhee(wwan) filaman tarjaalee iddoo saanduqa Mandhee Adda Baasikeessatti ifteessa.