Maki

Qabeentaa mandhee gabatee filamee gara mandhee tokkootti walitti maka.

Ajaja kana bira gahuuf...

Kabala Gabatee iraa, cuqaasi

sajoo

Mandheewwan Maki


Sajoo Ofegannoo

Mandheewwan makuun yeroo foormulaa gabatee keessatti dogoggora shallaggii akka argannuuf fayyada.