Jalatti Hiriirsi

Qarreewwan jala wantoota filataman surdalaan hiriirsa . Yoo wanti tokko qofti Draw ykn Impress keessatti filatame, qarreewwan jala wanticha muudana fuula gadiitti hiriirfameera.

Ajaja kana bira gahuuf...

Dhangii - Hiriira - Jala (BarreessaaLibreOffice, Calc LibreOffice) fili

Fooyyeessi - Hiriirsuu - Jala (wantoota filataman)(Fakkasaa LibreOffice) irraa

Kamshaa Hiriirsuu (ImprassiiLibreOffice, Fakkassaa LibreOffice) irraa,

Sajoo cuqaasi

Jala


Wantoonni qarree irra wanta filannoo keessatti hiriirfamaniiru. the selection. To align the individual objects in a group, to enter the group, select the objects, right-click, and then choose an alignment option.