Irra Hiriirsi

Vertically aligns the top edges of the selected objects. If only one object is selected in Draw or Impress, the top edge of the object is aligned to the upper page margin.

Ajaja kana bira gahuuf...

Dhangii - Hiriira - Irra (Barreessaa LibreOffice, CalcLibreOffice) fili

Fooyyeessi - Hiriira - Irra (wntoota filataman) (Fakkassaa LibreOffice) fili

Baafata halqara bani - Hiriira - Irra (wntoota filataman) (Imprassii LibreOffice,Fakkassaa LibreOffice)

Kamshaa Hiriirsuu (ImprassiiLibreOffice, Fakkassaa LibreOffice) irraa,

Sajoo cuqaasi

Irra


Wantootni qarree irra olaanaa wanta filannoo keessatti hirrirfamaniiru. To align the individual objects in a group, to enter the group, select the objects, right-click, and then choose an alignment option.