Fuula

Galmeewwan fuula baaqqee fi bay'eedhaf, akkasumas lakkoofsa kennuu fi dhangiilee waraqaatif teessuma fuulaa akka hiiktu si gargaara.

Ajaja kana bira gahuuf...

Cancala Dhangii - Fuula - Fuula fili

Choose Slide - Properties - Page tab (in LibreOffice Impress)

Choose Page - Properties - Page tab (in LibreOffice Draw)

Choose View - Styles - open context menu of an entry and choose Modify/New - Page tab


Page format tab page

Fuula irraa Naannoo Maxansaamuu Danda'an Keessaa isa Olaantoo Filuu

Dhangii waraqaa

Tarree hammamtaa waraqaa durmurtawaa irraa fili ykn dhangii waraqaa maamilaa hiiki.

Dhangii

Hammamtaa waraqaa durmurtaawaa fili, ykn waraqaa sanduuqawwan Hojjaa fi Yabbinaa keessatti bal'inaa fi dheerina galchuun dhangii maamiloo uumi.

Yabbina

Yabbina dhangii waraqaa filatamee agarsiisa. Dhangii maamiloo hiikuuf, yabbina asitti galchi.

Hojjaa

Hojjaa dhangii waraqaa filatamee agarsiisa. Dhangii maamiloo hiikuuf, hojjaa asitti galchi.

Dhaabbataa

Galmee ammee kan waraqaan olee qabachiifame waliin jiru agarsiisuun maxxansa.

Dalgeessa

Galmee ammee kan waraqaan dalga qabachiifame waliin jiru agarsiisuun maxxansa.

Kallatti barruu

Kallattii barruu galmee kee keessatti fayyadamuu barbaadde fili. Kallattiin yaa'iinsa barruu \"mirgaa-gara-bitaatti (olee)\" qindaa'ina teessuma maraa gara mirgaatti digrii 90'n naannessa, irraantoo fi miljaleen alatti.

Saochii barruu

Maxxansaa keetif madda waraqaa fili.Yoo barbaadde, sochii waraqaa garagaraa haalota fuula garagaraatti ramaduu dandeessa. Fakkeenyaf, sochii garagaraa gara haalata fuula jalqabaatti ramaduun sochii waraqaa xalayaa maqaa fiteessoo kubbaaniyaa kee waliin fe'i.

Dirree Durargii

Durargii filannoo ammee agarsiisi.

Muudanaalee

Hanga iddoo xiyyoowwan fuula fi barruu gallmee gidduu dhiisuuf ifteessi.

Bitaa/Keessa

Hanga iddoo duwwaa bitaa xiyyoo fuula fi barruu gallmee gidduutti dhiistu galchi. Yoo teessuma fuula Fuldoyyaa'e fayyadamte, hanga iddoo duuwwaa mudana barruu keessaa fi galmee barruu keessaa gidduutti dhiistu galchi.

Mirga/Ala

Iddoo duuwwaa qarqara mirga fuulaa fi barruu galmee gidduutti dhiistu galchi. Yoo teessuma fuula Fuldoyya'e fayyadamte, hanga iddoo duuwwaa mudana barruu alaa fi mudana alaa kan fuulaa gidduutti dhiistu galchi.

Irra

Iddoo duuwwaa muudana gubbaa fuulaa fi barruu galmee gidduutti dhiisuuf hanga isaa galchi.

Jala

Iddoo duuwwaa muudana jala fuulaa fi galmee barruu gidduutti dhiisuuf hanga isaa galchi.

Qindaa'inoota teessumaa

Dhangii

Dhangii lakkofsa kennuu fuulaa kan haalata fuula ammeetif fayyadamuu barbaadde fili.

Changing measurement units