Gurmeessaa

Haalata filatameef dirqaalalee qindeessi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Cancala Dhangii - Fuula - Gurmeessaa fili

Choose View - Styles - open context menu of an entry and choose Modify/New - Organizer tab


Maqaa

Maqaa haalata filatamee agarsiisa. Haalata maamiloo yoo uumtu ykn haaromsitu,haalataaf maqaa galchi. Maqaa haalata durmurtawaa jijjiiruu hin dandeessu.

Haalata Itti Aanu

haalata jiraataa kan haalata ammee galmee kee keessatti hordofuu barbaadde fili. Haalatoota keewwataaf, haalanni itti aanu keewwata yeroo 'Enter' dhiibdu uumame irraatti hojjatama. Haalatoota fuulatiif, haalanni itti aanu yommuu fuulli haaraan uumame fayyada.

Waliin kornyaa'e

Haalata jirataa kan haalata haaraa irratti bu'ureffachuu barbaadde fili ykn , haalata ofii keetin hiikuu yoo barbaadde hin jiruu fili.

Akaakuu

Haalata ammeetif akaakuu agrsiisa. Haalata haaraa yoo uumtu ykn haaromsitu, tarree irraa 'Haalata Maammiloo' fili.

Sajoo Yaaddannoo

Haalata durmurtaawaadhaf akaakuu jijjiiruu hin dandeessu.


Qabata

Dhangeessuu sirri haalata ammee keessatti fayyadu ibsa.

Furtuu Qaxxaamuraa Ramadi

Caancala Meeshalee - Maamileessi - Gabatee Cuqoo bakka furtuu qaxxaamuraa haalata ammeetti ittiin ramaduu dandeessu bana.