Duubbee

Halluu duubbee ykn saxatoo qindeessi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Cancala Dhangii - Keewwata - Duubbeefili

Cancala Dhangii - Arfii - Duubbeefili

Cancala Dhangii - Fuula - Duubbee fili

Choose Format - Frame and Object - Properties - Area tab

Cancala Dhangii - Fuula - Duubbee fili

Qabaduu Dhangii - Fuula - Irraantoo - Dabala fili

Qabaduu Dhangii - Fuula - Jalaantoo - Dabala fili

Choose View - Styles - open context menu of an entry and choose Modify/New - Background tab

Cancala Saagi/Gulaali - Kutaa -Duubbee fili


Saxaatoowwan yookiin halluuwwan duubbee fuulawwan keessaa qindeessuu(saxaatoo golgolaa'aa)

Akka

Akaakuu duubee kan fayyadamu barbaadde fili.

Halluu akka Duubbeetti fayyadamu

Duubbee Halluu

Click the color that you want to use as a background. To remove a background color, click No Fill.

Sajoo

Highlight Color

Sajoo

Halluu Duubbee

Halluu shoolamiinsa ammee gara filannoo barruu duubbee fayyadami. Yoo barruu tokkolleen hinfilamin, sajoo Shoolamiinsa cuqaasi, barruu shooluu barbaadde fili, akkasumas sajoo Shoolamiinsaa deebi'ii cuqaasi. Halluu shooluu jijjiiruf, xiyya sajoo Shoolamiinsaa ittaanu cuqaasi, akkasumas halluu barbaadde cuqaasi.

Dirree Durargii

Durargii filannoo ammee agarsiisi.

Saxaatoo akka Duubbeetti Fayyadamu.

Faayilii

Odeefannoo waa'ee faayilii saxaatoo qabata.

Dirree agarsiisa

Xurree faayilii saxaatoo mul'isa.

Kornyoo

Faayilii saxaatoo faayilii ammee keessaa kornyeessa ykn ida'a.

Duraargii

Duraargii saxaatoo filatamee agarsiisa ykn dhoksa.

Sakatta'i

Faayilii saxaatoo kan akka duubbeetti fayyadamuu barbaadde hundessi, ittaansuudhaan Banicuqaasi.

Akaakuu

Haala saaxatoo duubee itti agarsiisuu barbaadde ifteessi.

Qubannoo

Dirqaala kana fili, ittaansuudhaan argama tarsaa qabubannoo keessaa cuqaasi.

Bal'ina

Duubbee wanta filatamee hunda guutuf diriirsa.

Dultuuli

Duubbee wanta filatamee hunda akka uwwisuu saxaatoo irra deebi'a.

Dirree Durargii

Durargii filannoo ammee agarsiisi.