Handaarawwan
Dirqalawwan handaaraa wantoota filatamani kan barreessaa ykn Calc qindeessa.
You can specify the border position, size, and style in Writer or Calc. In LibreOffice Writer, you can add borders to pages, frames, graphics, tables, paragraphs, characters and to embedded objects.
Handaarawwan gabatee hundaa fooyyeessuuf, qaree man'ee gabatee keessa kaa'i, mirgaa-cuqaasi, Gabatee fili, ittaansuudhaan caancala Handaarawwani cuqaasi. Handaara man'ee gabate fooyyeessuuf man'ee fili, mirga cuqasi, ittaansuudhaan caancala Handaarawwani cuqaasi.
Qindaa'ina Sararaa
Select a predefined border style to apply.
Yoo ati gabatee ykn wadii taatee, handaawwan durmurtaawwaa ida'uu ykn haquu ni dandeessa. Sajoo Handaarawwan kabala Gabatee irraa fayyadami.
Sararaa
Haalata handaara fayyadamuu barbaadee cuqaasi. Haalatichii haandaarawwan duraargii filatamee keessatti fayyade.
Halluu sararaa kan handaara(wwan) filatameef fayyadamuu barbaadde fili.
Padding
Hanga iddoo gidduu handaaraa fi filannoo qabeentotaa dhiisuu barbadde ifteessi.
Bitaa
Fageenya gidduu bitaa handaara fi filannoo qabeentootaa qabaachuu barbaaadde galchi.
Mirga
Fageenya gidduu mirga handaara fi filannoo qabeentootaa qabaachuu barbaaadde galchi.
Irra
Fageenya gidduu Irra handaaraa fi filannoo qabeentootaa qabachuu barbaadde galchi.
Jala
Fageenya gidduu handaaraa jala fi filannoo qabeentoota kan qabaachuu barbaade galchi.
Walsimsiisi
Applies the same padding setting to all four borders when you enter a new distance.
Haalata gaaaddidduu
Dabatanis galtee gaaddidduu handaarawwanif fayyadamuu ni dandeessa. Bu'aawwan gaariidhaaf, galtee kana qofa fayyadami, yeroo handaarawwan afran hunduu mul'ate.
Saxaatoo ykn wantoota korkoddi goodayyaa galmee keessaa hammamtaa goodayyaa hin caalu. Yoo gaaddidduu gara handaaraawwan wantaa kan gooddayyaa mara guutuu fayyadamuutu, hammamtaan waantaa ni hir'ata gaaddidduu agarsiisu.
Qubannoo
Click a shadow style for the selected borders.
Fageenya
Yabbina gaaddidduu galchi.
Halluu
Halluu gaaddidduu dhaaf fili.
Amala
Amala keewwata ammeetiif ykn keewwatoota filatame adda baasa.
Keewwata ittaanu waliin maki
Haalata handaaraa fi haalata gaaddidduu keewwatta ammee keewwata ittaanu waliin maka. Haalatoonni kunneen ni makamu yoo handaarrii galumsa fi haalata gaaddidduu keewwata ittaanun kun keewwataa ammee waliin walfakkaatu. Dirqalli kun haalatoota keewwataaf jireessa
Haalatoota Sara ittaanu maki
Merges two different border styles of adjacent cells in a Writer table into one border style. This property is valid for a whole table in a Writer document.
Seerrii hima amala cimaa cunfamuu ni danda'a . Fakkeenyaaf, man'een tokko handaara diimaa 2 qaba qabxii yabbuu fi man'ee ittaanu yabbina qabxii handaara cuquliisa 3 qaba, ittaansuudhaan handaaraarri qoodduu man'eewwan lamaan gidduu yabbina qabxii cuquliisa ta'uu danda'a.