Galumsaa fi Addaan Fageenya

Galuumsaa fi addaan fageenya dirqalawwanii keewwataaf qindeessa.

Sajoo Yaaddannoo

To change the measurement units used in this dialog, choose - LibreOffice Writer - General, and then select a new measurement unit in the Settings area.


Ajaja kana bira gahuuf...

Cancala Dhangii - Keewwata - Galuumsootaa fi Addaan Fageenya fili

Choose View - Styles - open context menu of an entry and choose Modify/New - Indents & Spacing tab


Galumsa

Hangaa iddo gidduu bitaa fi mirga mudana fuulaa fi keewwataa irra darbamuu ifteessi.

Barruu duraa

Hanga iddoo kan keewwata mudana fuula irraa galumsa barbadde galchi yoo barbaadde keewwata gara mudana fuulaatti dheeressuiuf,lakkoofsa hi'eentaa galchi.Afaanota Bitaa irraa gara mirga keessa,qarreen bitaa keewwataa bitaa mudana fuulaa waliin galeera.Afaanota mirga gara bitaa keessaa qarreen mirga keewwataa mudana fuula mirga waliin galeera.

Barruu boodaa

Hanga iddoo keewwata galumsa mudana fuula irraa barbaadde galchi keewwata gara mudana fuulaa keessatti dheeressuuf yoo barbaadde, lakkoofsa hi'eentaa galchi.Afaanota Bitaa gara mirgaatti keessa,mirgi qarree keewwataa mudana fuula mirgaa waliin ni galu. Afaanota mirgaa gara bitaa keessaa bataan qarree keewwataa muudana fuula bitaa waliin galeera.

Sarara jalqabaa

Sarara jalqaba keewwataa hanga galchitee galcha. Galuumsa fannoouumuuf,gatii pozitiivii "BarNu duraa"fi gatii hi'eentaa "sarara jalqaba "galchi. Sarara jalqaba keewwataa galchuuf kan lakkoofsaa ykn rasaasa fayyaa "Dhangii-Rasaasa fi Lakkaawwii - qubannoo "fili."

Addaan fageessuu

Hangn iddoo gidduu keewwattafaa Dhiisuuf ifteessi.

Keewwata gubbaa

Hanga iddoo gidduu keewwattotaa Dhiisuuf ifteessi.

Keewwata gubbaa

Hanga iddoo kan gubbaa keewwatta (tootaa)gubbaa Dhiisuu barbaaddee galchi.

Don't add space between paragraphs of the same style

Makes any space specified before or after this paragraph not be applied when the preceding and following paragraphs are of the same paragraph style.

Addaan fageenya sarara

Hanga iddoo gubbaa keewwata (toora)filatame jalaadhiisuu barbaaddee galchi.

Baaqqee

Sarara baaqqee addaan fageenyaa keewwata ammee fayyadama.kun qindaa'ina durtiitii.

Sararawwan 1.5

Sarara addaan fageenya gara sararawwan 1.5 tti qindeessa.

Dachaa

Sarara addaan fageenya gara sararawwan qindeessa.

Qixxaataa

Dirqaala kanafili,ittaansuudhaan gatii dhibbeentaa sanduuqaakeessa galchii,bakka %100 sarara baqqee addaan fageenya walitti gala.

Xiqqaatee xiqqatu

Sarara gadii addaan fageenya gara gatii kanatii sanduuqa keessaa qindeessa.

Sajoo Qaxxee

Hammamtaa bocquu adda addaa keewwataa waliin yoo fayyadamuu barbaadde,sararri addaan faggeenyaa ofumaanhammamtaa bocquuguddaatti sirreeffame.sararawwan maraaddaan fageenya walfakkaata yoo filtu, gatii xiqqaatee xiqqatuu kan hammamta bocquu gudaatti walitti galu keessa ifteessi.


Bo'oo

Hojjaa iddoo surdaala kan sararawwan lama gidduutti sagame qindeessa.

kan

Gatii sarara addaan fageeenyaaf fayyadu galchi.

Dirree Durargii

Durargii filannoo ammee agarsiisi.