Barreeffama Eeshiyaa

Dirqaalawwan barreeffamaa man'eedhaaf ykn faayilota afaan Eeshiyaa keessaa qindeessa. Afaan Eeshiyaa akka of danda'u argaaruuf, Meeshaalee - Dirqaalawwan - Qindaa'ina Afaani -Afaanoota filii, ittaansuudhaan sanduuqa Dandeessise bal'ina gargaarsa afaan Eeshiyaa keessaa fili. Dirqaalawwan barreeffama Eeshiyaa galmeewwan HTML keessatti gatamaniru.

Ajaja kana bira gahuuf...

Cancala (HTML keessaa hin taanee) Dhangii - Keewwata - Topografii kan Eshiyaa fili

Choose View - Styles - open context menu of an entry and click Modify/New - Asian Typography tab


Jijjiirra sararaa

Dirqaalawwan Citawwan sararaati galmeewwan afaan Eeshiya keessaa

Tarreeffama arfiilee dhorkaa jalqabaa fi dhuma + sararaatti fayddami

Prevents the characters in the list from starting or ending a line. The characters are relocated to either the previous or the next line. To edit the list of restricted characters, choose - Language Settings - Asian Layout.

Sirna Tuqaalee fannoo si'e haayyama

Qoodduu fi tuqaa cita sarara irraa dhorka.Bakka arfiileen sarara dhumaa irratti dabalaman mudana fuulaa keessattis.

Apply spacing between Asian and non-Asian text

Inserts a space between ideographic and alphabetic text.