Wanta OLE Saagi

Wantoota OLE galmee ammee keessatti Saaga. Wanti OLE akka kornyoo ykn wanta ida'ameetti saagameera.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagi - Wanta - OLE Wanta Fili

Kamshaa Saagi Bani,

Sajoo cuqaasi

Wanta OLE


Sajoo Yaaddannoo

Gabattee muraa fayyadamu hin dandeessu ykn wantoo OLE gara faayiloota birootti harkisitii kaa'i.


Wantoonni OLE duwwaa fi hadoodaan ifaadha.

Haaraa uumi

Creates a new OLE object based on the object type that you select.

Akaakuu wanta

Select the type of document that you want to create.

Faayilii irraa uumi

Creates an OLE object from an existing file.

Faayilii

Faayilii akka wanta OLEtti saaguu barbaaduu fili.

Faayilii

Maqaa faayilii kornyeessuu ykn ida'ame ykn faayilii Barbaacha cuqaasuu galcha.

...Barbaadi

Locate the file that you want to insert, and then click Open.

Faayiliitti kornyi

Haalojii kana akka kornyootti wanta OLE faayilii xabbootti saaguuf dandeenye, wanti OLE galmee kee keessatti ida'amuu danda'a.