Fakkaattiiwwan Saaguu

Inserts an image into the current document .

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Image

On the Standard toolbar, click

Sajoo

Image


Suurxiqqoo Saaguu, Gulaaluu, Olkaa'uu

Haalata Uumi

Haalata goodayyaa saxaatoof fili.

Kornyoo

Faayilii saxaatoo filatamee akka kornyoo saaga.

Duraargii

Duraargii faaayilii saxaatoo filatamee agarsiisa.

Dirree Durargii

Durargii filannoo ammee agarsiisi.