Afaan
Inserts a comment around the selected text or at the current cursor position.
Yaadoota saaguu
Writer keessatti, ajajani Command+Option Ctrl+Alt korkoddii yaadannoo qubannoo qarree ammeetti saaga. Yadannoon mudana fuulaatti mul'ateera, bakka barruu yaadannoo keessatti galchuu dandeessutti. Sararri sanduuqa yadannoo fi korkoddii walqabsisa.
yknCalc, Fakkaasi, fi Toleessaa keessatti, Ajajni
yaada saaga.Maqaa barreessaa, guyyaa fi sa'atiin yaadannoo kana uumuun gara jala yaadannootti mul'ateera.
The comments by different authors get different colors. Choose to enter your name so that it can show up as the comment author.
Yaadoota saaguu
Fayyadamaan kamiyyuu hayyama barreessuu galmee barrutti yaadannoowwan barreessota maraa gulaaluu fi haquu ni danda'a.
Sanduuqni yaadannoo sajoo xiyya gadee waliin hammata. Yaadannoowwan haquuf baafata ajajawwan muraasa waliin banuun sajoo cuqaasi.
Choose a command to delete the current comment, or all comments from the same author as the current comment, or all comments in the document.
Yaadni barruu galmee keessaa yoo barreessaa birootin barreeffameera ta'e, baafata halqaraa keessatti ajajni deebisi jedhu jira. Ajajni kun yaada haaraa hiixuu yaada ati itti deebisuu barbaaddetti saaga. Yaadni korkoddii yaadoota lamaaniif wal fakkaataa dha. Barruu deebisaa kee yaada haaraa irratti barreessi. Galmee kee gara barreessitoota birootti ol kaa'i akkasumas ergi, kana booda barreessitootni kun deebisa ida'uu danda'u, baay'eetti.
Use to show or hide all comments.
Qaaqa Barbaadi & Bakka buusi galmeewwan barruu keessatti, barbaada kee keessatti barruuwwan yaadootaa dabaluuf filachuu ni dandeessa.
Barruu galmeewwanii keessatti yaada irraa gara yaadaatti naana'uu
Qareen yoo keessa yaadaa ta'e, Ajaja+Dirqala Ctrl+Alt+Page Down gara yaada itti aanuutti ce'uuf, yookaan Ajaja+Dirqala Ctrl+Alt+Page Up gara yaada darbeetti ce'uuf dhiibuu dandeessa.
Qareen yoo barruu baratamoo keessa jiraate, gara yaada korkoddii itti aanutti yookaan darbeetti ce'uuf furtuuwwan gubbaatti eeraman dhiibi. Akkasumas yaada korkoddii tokko irraa gara yaada korkoddii itti aanuutti ce'uuf, fooddaa naana'insaa xiqqoo sarjaa kabala maraa jala jiru fayyadamuu dandeessa.

Tarree galmee mara ilaaluuf dabalataan Naanna`aa banuu ni dandeessa. Yaadannoo Naanna`aa keessaa gulaaluuf ykn haquuf maqaa yaadannoo mirga-cuqaasi.
Yaadoota maxxanssuu
To change the printing option for comments for all your text documents, choose
.Yaadoota wardiilee keessaa
Yeroo yaadannoo man'eetti qabsiiftuu balbaloon bakka barruu kee galchuu dandeessuutti mal'ata. Arfakuu xiqqaan xiyyoo mirga guubaa keessa mallattoo man'ee qubannoo yaadannootti. Yaaydannicha dhaabbiidhaan agarsiisuuf, man'ee mirga cuqaasuun Yaadannoo Mul`isifili.
Amaloota wanta yaadannichaa jijjiiruuf, fakkenyaaf, halluu duubbee Mul'isa, Yaada Agarsiisi akka guubbaattii fili, ittaansudhaan yaadannicha mirga-cuqasi (barruu lama hin cuqaasiin).
To edit a shown comment, double-click the comment text. To edit a comment that is not shown permanently, right-click in the cell that contains the comment, and then choose Edit Comment. To specify the formatting of the comment text, right-click the comment text in edit mode.
Qubannoo ykn hammamtaa yaadannoo jijjiiruuf, handaara ykn xiyyoo yaadannoo harkisi.
Yaadannoo haquuf, man'ee mirga-cuqaasi, ittaansudhaan Yaadannoo Haqi fili.
Ajajawwan gulaali tokko tokko foddaa Naanna`aa keessaa filuudhaaf dabalataan maqaa yaadannoo mirga-cuqaasuu dandeessa.
Dirqaalee maxxansuu yaadannoowwani wardii kee keessaa qindeessuuf, Dhangii - Fuula fili, ittaansuudhaan caancala Wardii cuqaasi.

Impress keessatti, islaayidii maraaf fuula barreessuuf mul`annoo yaadannoowwani gargaaramtu filuu ni dandeessa. Dabalataan, islaayidii keetti yaadannoowwan galchuu ni dandeessa.