Argii Guutuu

Baaftootaa fi kamshoota Barreessaa ykn Calc keessaa mul'isa ykn dhoksa. Halata argii guutuu keessaa bahuuf, qabduu Bani/Dhaamsi Argii Guutuu cuqaasi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Mul'annoo - Argii GuutuFili

Jijjiirraa++J


Writer fi Calc keessatti,dabalataan furtuuwwan qaxxaamuraa +Shift+J haalata argii guutuu fi baratamoo gidduu jijjiruuf fayyadamuu ni dandeessa.

Sajoo Yaaddannoo

Ammas furtuuwwan qaxxaamuraa haalata Argii Guutuu keessaa, fayyadamuu ni dandeessa.