Teessuma Mul'annoo $ Guddisuu

Agarsiisaa argii LibreOffice xiqqeessa ykn guddisa. Dhimma guddisuu ammee akka gatii dhiibbeentaattikabala Haloojii agarsiisera.

Ajaja kana bira gahuuf...

Mul'annoo - Guddisa - fili

Dirree kabala Haaloojiirraa lama cuqaasi ykn Mirga cuqaasi


Sajoo Yaaddannoo

Guddisuun gargaraan Unix Linux fi foddaawwan hujeffamu qabate Galmee %100 waliin qabata guddisuu fooddaa keessatti Olkaa'ame qabata guddisuu dheeraatti bakka hojjeeffannoo unix/linux agarsiifameera. Qabata guddisii jijjiiruuf, gatii dhiibeentaa kabala Haalojii irratti lama-cuqaasi ykn mirga cuqaasi,ittaansudhaan qabata guddisuu barbaaddu fili.


Qabata guddisi

Qabatgalmeewwan maraa guddisii bakka galmee ammee fi akaakuu walfakkaata booda bantu agarsiisuuf qindeessi.

Haala mijaawaa

Bal'inaafi oojjaa walsimsiisi

Bal'ina simsiisi

Displays the complete width of the document page. The top and bottom edges of the page may not be visible.

% 100

Displays the document at its actual size.

Jijjiiramaa

Enter the zoom factor at which you want to display the document. Enter a percentage in the box.

Teesso mula'annoo

Galmeewwan barruuttif teessoo mula'annooqindeessuu ni dandeessa. Galteewwan qindaa'ina teessuma mula'annoo gara garaa ilaaluuf qabata guddiisuu xiqqeessi.

Ofumaan

Teessuumni mula'annoo ofumaa fuulaawwanwalcinaatti hanga wantii guddisii haayyamuu agarsiisa.

Fuula baaqqee

Teessuumni mula'annoo fuula baaqqee fuulaawwan waljala jiranii agarsiisa, garuu cinaa walinitti miti.

Tarjaawwan

Teessuumni mula'annoo tarjaawwan keessatti fuulaawwan lakkoofsa kennamee cinaafi cinaa tarjaawwani argita. Lakkoofsa tarjaawwanii galchi.

Haalata barruu

Teessuuma mula'annoo haalata barruu keessaa fuulawwan lama wal-cinaatti akka barruu banii keessaa argita. Fuulli jalqabaa fuula mirgaa fuula lakkoofsa qaraati.