Record Changes
Tracks each change that is made in the current document by author and date.
If you choose Edit - Track Changes - Show, the lines containing changed text passages are indicated by a vertical line in the left page margin. You can set the properties of the vertical line and the other markup elements by choosing LibreOffice Writer - Changes in the Options dialog box.
Amala maalimoota jeejqeeta biroo jijjiiramoota Meshaalee - Dirqaala - LibreOffice Calc - Jijjiiramtoota filuudhaan qindeessuu ni dandeessa..
Jijjiiramoonni armaan gadii faanamaniiru yeroo galmeen jijjirrama galmee ka'aa ta'e:
-
Barruu Maxxansii haqi
-
Keewwattoota sochoosi
-
Barruu fooyi
-
Barruu barbaaduun bakka buusi
-
Amaloota kan arfii tokko bal'atan fakkenyaaf, dirreewwanii fi miil jaleewwan saagi.
-
Wardilee, hangawwan saagi
-
Galmee saagi
-
Barruu ofmaa saagi
-
Gabatee muraa irraa saagi
-
Qabeentota man'ee saaginsaa fi haqiinsaan jijjiiri
-
Tarreewwanii fi tarjaawwan saagi ykn haqi
-
Wardilee saagii
-
Gabatee muraa keessa muri,jalteessuu fi maxxansi
-
Harkisuuni fi kaa'uudhaan siqsi
Yeroo ajajni jijjiiramootni galmee, ka'aa ta'e, haquu, siqsuu, makuu, addabaasuu ykn man'eewwan garaglchuu ykn wardiilee haquu hin dandeessuu.