LibreOffice 6.1 Help
Ajajawwan jijjiramuun faanaa jireessa faayilii kee keessaa tarreessa.
Ajaja kana bira gahuuf...
Choose Edit - Track Changes
Tracks each change that is made in the current document by author and date.
Fayyadama kaka'uuumsala amala jijjiramoota galmichaa irraa dhoowwa, ykn jijjiiramoota fudhachuu ykn dhisuudhaan ta'uu baannaan fayyadamaan iggitaa galcha.
Shows or hides recorded changes.
Accept or reject recorded changes.
Enter a comment for the recorded change.
Galmee, ammee filatu waliin walmadaalchisi. Qabeentooni galmee filatamanii akka haanqiinsaatti qaaqa banu keessa filatamaniiru. Yoo barbaadee qabeentoota faayilii filatamanii galmee amee keessaa galfatoota mijaawaa filuudhaan Dhiisii cuqaasi, ittaansuudhaan Saagi cuuqasuun Saaguu ni dandeessa.
Jijjiiramoonni garagalchawwan galmee walfakaataa kan galmee xabboo keessaa alaalga. Jijjiiramoonni milijaleewwan matadureewwan goodayaawwani fi dirreewwan irattitasifaman gatamaniiru. Jijjiiramoonni walfakaatan ofumaan makamani