Calaqqee Maappii Gulaalaa

Bal'ina murtaa'otattim URL akka walqabsiftu si'iif haayama, Saxaatoo irra ykn garee saxaatoowwan, Calqqeen maappii gartuu tokko ykn isaa ol.

Ajaja kana bira gahuuf...

Guulaalii - MaapiCalaqqee (baafata halqaraa wanta filatamee sana keessaalee)


Hotspootii cuqaasamuu danda'an Fakkaattileetti Ida'uu

Akaakuuwwan hotspotsii sadi fakkasuu ni dandeesa ; Rectaangiloota citaawwani fi rogadeewwan yeroo hotspotsii cuqaaftu , URL foddaa iyyaafataa keessaa baname ykn goodayyaa ifteeessitu. Akkasumas barruu kan yeroo haantuuttee kee boqachiiftu hotspotsii mula'ata

Fayyadami

Jijjiirraa maappii calaqqee maappiitti taasifte fayyadama.

Icon

Fayyadami

Bani

Calaqqee Maappii jiraataa MAAPPII-CERN, MAAPPII NCSA keessaa ykn dhangii faayilii Maappii Calaqqee Mula'annooUurjii SIP fe'a.

Icon

Bani

Olkaa'i

Maappii calaqqee MAP-CERN, MAP-NCSAkeessaa ykn dhangii faayilii Maappii Calaqqee Mula'annooUrjii SIP olkaa'a.

Icon

Olkaa'i

Fili

Iddoo ho'aa calaqqee barruyyaa keessatti gulaaluuf fila.

Icon

Fili

Rectaangilii

Rektaangulaawwaa hotspotii bakka saxatoo keessatti hakiftu fakkasa. Erga Teessoo fi Barruu hotspotii dhaaf galchuu dandeessee booda, ittaansuudhaan Goodayyaa bakka URL bantutti fili.

Icon

Rectaangilii

Cita

Bakka saxaatoo keessaatti harkistutti luulloo bakkee ho`aa fakkasi. Booda, bakkee ho`aatiif Teessoo fi Barruu galchuu dandeessa, itti aansuudhaan iddoo URL banuu barbaade Godayyaa fili.

Icon

Cita

Rog-addee

Saxaatoo keessatti rogaddee hotspotii fakkasa. Sajoo kana cuqaasi, saxaatoo keessatti harkisi, ittaansuudhaan cinaa rogaddee tokko hiikuuf cuqaasi. Gara dhuuma cinaa ittaannuu kaa'uu barbaaddetti sochoosi, ittaansuudhaaancuqaasi. Hanga cinaa rogaddee mara kaaftuutti irra deebi'i. Yeroo xumuurte rogaddee cufuuf lama-cuqaasi. Erga Teessoo fi Barruu hotspotii dhaaf galchite ittaansuudhaan Goodayyaa bakka URL bannuubarbaaddee fili.

Icon

Rog-addee

Unka akka feeteee Rogaddee

unka akka feetee rogaddee cuqaasi, bakka hotspotii kaasuu bakka feetee harkisuun , boca cuufuf gadhisi. Erga Teessoo fi Barruu hotspotiidhaaf galchiteen booda Goodayyaa bakka URL bannuu barbaaddee fili.

Icon

Unka akka feeteee Rogaddee

Qabxiilee Guulaali

Mee boca--- filatamee qaxiilee kokorddii gulaaluudhaan jijjiiri.

Icon

Qabxiilee gulaali

Qabxiilee Sochooosi

Mee qabxiilee kokoddii dhuunfaa hotspotii filatamee filtaa.

Icon

Qabxiilee Sochooosi

Qabxiilee Saagi

Qabxii korkoddii bakka toorii hotspotii cuqaasftu ida'a.

Icon

Qabxiilee Saagi

Qabxiilee Haquu

Qabxii korkoddii filatamee haqa.

Icon

Qabxiilee Haquu

Ka'aa

Geessituu hotspotii filatameef dhaamsa ykn dandeessisa hotspotii dhaame ifaadha.

Icon

Ka'aa

Maakroo

Meee ati maakiroo ramaddu yeroo hotspotii filame iyyaataa keessaa hojjechiisuu cuqaasi.

Icon

Maakroo

Amala

Amala hikkama hotspotii filatame akka filtuu si'iif haayama.

Icon

Amala

Teessoo

URL faayilii banuu barbaadde galchi , yeroo hotspotii filatamee cuqaastu. Yoo garaa korkodditti galmee waliin utaaluu barbaadde teessoo unka"faayilii:///galmee-maqaaa" ta'uu qaba.

Barruu:

Barruu agarsiisuu barbaadde yeroo haantuuttee bakkee ho`aa irraa iyyaafataa keessa qubatu galchi. Yoo barruun kamiyyuu hin saagamu ta`e, Teessoon agarsiisama.

Goodayyaa:

Maqaa goodayyaa kan URL keeessa banuu barbaadde galchi. Ddabalataanis maqaa goodayaa durtii tarreeirraa filuu ni danddeessa.

List of frame types

Mul'annoo Saxatooo

Maappii calqqee akka hotspotsii cuqaasu fi gulaaluu dhandesuutti agarsiisa.