Bani

Wanta OLE Filatame kan sagantaa wanta keessatti uumame waliin bana.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Guulaali - Wanta - Bani


Ajaja baafata kun baafata xiqqaa Wantoota - Gulaali keessatti saagamee fayyadama wantadha. Kornyeetan uumame fayydama irratti hundaa'uudhaan ajaja"Bani" wanta OLE maqaa gara garaa qabaachuu danda'a.

Erga jijjiirrawwan kee xmuurteen booda, faayilii madda wanta OLE cufi. Wanti OLE ittaansuudhaan galmee haaromfame qabate.