Kornyoowwan Gulaali

Lets you edit the properties of each link in the current document, including the path to the source file. This command is not available if the current document does not contain links to other files.

Ajaja kana bira gahuuf...

Guulaalii - GeessituuwwanFili


Sajoo Yaaddannoo

Yeroo faayilii kornyoowwan qabate bantu, kornyoowwan haaromsuuf kakaata. Bakka faayiloon kornyatan itti kuufaman irratti hundaa'udhaan dalagni haaromsuu xumuuruudhaaf daqiiqaawwan hedduu itti fudhachuu danda'a.


Sajoo Yaaddannoo

Faayilii kornyoowwan DDEqabate yoo feetu akka kornyoowwan haaromsituu si'i kakaasa. Yoo waliindhaa DDE kaadhimaa hundeessuu hin barbaadnee haaromsa.


Kornyoo tarree keessaa Lama-cuqaasii qaaqa faayilii bakka wanta biroo tarree kanaaf filuu dandeessuu.

Faayilii maddaa

Xurree faayilii maddaatti tarreessa.

Maalimaa

Fayyadama(yoo beekame) kan faayilii madda dhuma olkaa'u tarreessa.

Akaakuu

Akaakuu faayilii kanneen akka caatowaa, faayilii madda tarreessa.

Haalojii

Odeeffannoo dabalataa waa'ee faayilii maddaa tarreessa.

Ofumaan

Ofumaan qabeentoota tarree yeroo faayilii bantuu haaromsa. Jijjiiramooni kamuu faayilii madda keessatti raawwataman kuunneen ittaansuudhaan faayilii kornyoo qabate keessatti agarsifamera. Faayilootni caatowwan kornyate hujeekaan qofa haarmfamuu danda'aa. Dirqalii kun faayilii caatowwaa kornyoo.

Dirqalli Ofumaa geessitoota DDE qofaaf jiraata. Qabeentoota faayilii keessaa gargalchuun fi Gulaali - Maxxansa addaa filattee maxxansuun, fi itti aansuun sanduuqa Geessituu filachuun geessituu DDE saaguu danddeessa. DDE'n akka sirna geessituu barruu irratti hundaa'e ta'uusaatti, kurnyeewwan agarsiifaman qofti gara wardii galteetti gargalchamu.

Hujeeka

Yeroo qabduu Haroomsi cuqaastu, geessituu qofa haaroomsa.

Haaromsa

Baay'een faayilii koronyate ol kaa'aman dhiyoon galmee ammee irratti akka mul'atan geessituu filame haaroomsa.

Fooyyessi

Geessituu filameef faayilii maddaa jijjiiri.

Geessituu Qurxa

Kornyoo gudduu faayiilii maddaa fi galmee ammee jiru qurxa. Qabeentonni dhihoo haaromfaman kan faayilii maddaa galmee ammee keessa turaniiru.