Dhangii Barruu(Sarbaada)

Finds specific text formatting features, such as font types, font effects, and text flow characteristics.

Ajaja kana bira gahuuf...

Qabduu Guulaalii - Barbaadi akkasumaas Bakkabuusi - Dhangii Fili


The search criteria for attributes are listed below the Find box.

Sajoo Yaaddannoo

You do not need to specify a search text in the Find box when you search and replace formatting.


To define a replacement format, click in the Replace box, and then click the Format button.

Dhangii Barruu (barbaadi) ykn Dhangii Barruu bakka (Bakka buusii)fayyadami:

Galteewwan Bocquu

Specify the font effects that you want to use.

Galumsaa fi Addaan Fageenya

Galuumsaa fi addaan fageenya dirqalawwanii keewwataaf qindeessa.

Hiriira

Hiriira keewwata mudana fuulaatiin walitti dhufeenya qaban qindeessa.

Yaa'insa Barruu

Specify hyphenation and pagination options.

Duubbee

Halluu duubbee ykn saxatoo qindeessi.

Gargaarsa Afaan Eeshiyaa

These commands can only be accessed after you enable support for Asian languages in - Language Settings - Languages.

Specify the position, scaling, rotation, and spacing for characters.

Teessuma Eeshiyaa

Dirqaalawwa sarara dachaadhaaf afaanota Eeshiyaatiif barreessuu qindessa Arfiilee barruu kee keessaa fili,ittansuu dhaan ajaja kana fili.

Barreeffama Eeshiyaa

Dirqaalawwan barreeffamaa man'eedhaaf ykn faayilota afaan Eeshiyaa keessaa qindeessa. Afaan Eeshiyaa akka of danda'u argaaruuf, Meeshaalee - Dirqaalawwan - Qindaa'ina Afaani -Afaanoota filii, ittaansuudhaan sanduuqa Dandeessise bal'ina gargaarsa afaan Eeshiyaa keessaa fili. Dirqaalawwan barreeffama Eeshiyaa galmeewwan HTML keessatti gatamaniru.