Amaloota

Choose the text attributes that you want to search for. For example, if you search for the Font attribute, all instances of text that do not use the default font are found. All text that has a directly coded font attribute, and all text where a style switches the font attribute, are found.

Amaloowwan Barbaaduu

Dirqaalee

Select the attributes that you want to search for.

Addaan Fageenya Sararaa

Amala Addaan fageenya sararaa (sarara baaqqee, sararoota 1.5 dachaa, qixxaa, xiqqaatee xiqqaatu, liidii) barbaada.

Addaan fageessuu

Amala Addaan fageenyaa (gubbaa, jala) barbaada.

Afaan

Amala Afaanii (qubeefannaadhaaf)barbaada.

Barruu hiriirfma sarjaa barbaada.

Amala Barruu hiriirfma sarjaa barbaada.

Boqachuu

Amala Bayyanachuu barbaada.

Dhaabbii Caancalaa

Keewwattoota qindaa'in caancaala dabalataa fayyadamu barbaada.

Dhugaa-galmeessii

Amala Dhugaa-galmeessii barbaada.

Duubee Arfii

Amala arfiilee Duubee fayyadamu barbaada.

Foddaawwan

Amaloota Too'ataa Foddaa barbaada.

Gaaddiddaawaa

Amala Gaaddiddaawaa barbaada.

Galteewwan

Arfiilee amaloota arfii Guddaa, xixiqqaa, xiqqa guddaa, fi mataduree fayyadaman barbaada.

Galumsa

Amala Galuumsaa (bitaa irraa, mirga irraa, Sarara jalqabaa) barbaada.

Haala Fuula

Amala Haalata Fuulaa Qurxaa waliin barbaada.

Halluu Bocaquu

Miseensa hundaa bakka haalluu bocquu durtii jijjiirame barabaada.

Hamamtaa Bocquu

Amala Hamamtaa Bocquu/hojjaa bocquu barbaada.

Hiriira

Amala Hirriiraa(bitaa,mirga,handhuurawwaa, qixxeeffame) barbaada.

Hojjaa Bocquu

Amala yabbuu ykn yabbuu fi Mirgada barbaada.

Irra Sarari

Arfiilee amala Irra sararuu (baaqqee ykn dachaa) fayyadaman barbaadan.

Jalmuri

Arfilee kan amala Jalamurii(baaqee dachaa tuqaa).

Jechoota Dhuunfaa

Jechoota Dhuunfaa kan jamurii kan fayyadamu ykn amala irraa sararii barbaada.

Keewwata Addabaa

Amala keewwata adda hin baanee barbaada.

Libsachuu

Amala arfiilee Libsachuu fayyadaman barbaada.

Marsaa

Amala Marsaa barbaada.

Murfisa

Amala Murfisa barabaada

Naqa Bocquu

Amala Mirgada ykn yabbuu fi Mirgada barbaada.

Qubannoo

Arfiilee Baramoo, Irraafi ykn amaloota Jalarfii barbaada

Rukkina

Amaloota fi Cimdii Rukkinaa Addaan fageenyaa(durtii baldhifame dhiphifame) barbaada.

Safaraa

Amala Safaraa barbaada.

Toorii

Amaloota Toorii barbaada.

Yaatimawwan

Amala Too'annoo Yaatimawwan barbaada.

bocquu

Miseensa bakka bocquu durtii jijjiirame hunda barabaada.

keewwata Ittaanu kaa'uu

Amloota keewwata Ittaanu kaa'uu barbaada.