Walfakkaatina Barbaadi

Find terms that are similar to the Find text. Select this checkbox, and then click the Similarities button to define the similarity options.

For example, a similarity search can find words that differ from the Find text by two characters.

Ajaja kana bira gahuuf...

Guulaalii - Barbaadi fi Bakkabuusi -Sanduuqa filannoo wafakkeenya barbaadi fi... qabduu fili.

Kabala Gabatee Deetaarraa, sajoo Barbaadi - sanduuqa Filannoo walfakeenya barbaadi... qabaduu(mui'annoo gabatee kuusaa detaa) cuqaasi

Kabala Unka SaxaxarraaKuusaa Barbaadi - Sanduuqa filannoo walfakeenya barbaadi... qabduu(Mul'annoo unkaa) cuqaasi


Similarities

Dirqalawwan barbaacha walfakkaatinaa qindeessi.

Qindaa'ina

Ulaagaa murteessuudhaaf yoo jechii jechaa barbaachaattin walfakkaatuun hiika.

Arfiilee waljijjiiri

Enter the number of characters in the search term that can be exchanged. For example, if you specify 2 exchanged characters, "sweep" and "creep" are considered similar.

Arfiilee ida'i

Baay'ina guddaa arfiilee kan jechi lakkoofsii arfiilee barbaachaa jecha keessaa caaluu danda'u galchi.

Arfiilee haqi

Baay'ina arfilee kan jecha barbaachaa irra xiqqaachuu danda'u galchi.

Maki

Jecha walmakinsa hundaa qindaa'ina barbaacha wal fkkaata walsimu barbaada.