Jalteessa

Filannoo gabatee muraatti jalteessa.

Sajoo Yaaddannoo

Yeroo mara jalteessita qabeentaan gabatee muraa ture irrabeera.


Ajaja kana bira gahuuf...

Guulaali- GaragalchaFili

+C

Waaltinaa irratti Kabala cuqaasi.

Sajoo

Garagalchi