Gaabbii

Reverses the last command or the last entry you typed. To select the command that you want to reverse, click the arrow next to the Undo icon on the Standard bar.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Gulaali - Gaabbi

+Z

Kabala durtii ykn kabala Gabatee Deetaarraa,

Sajoo

Gaabbi


Sajoo Qaxxee

To change the number of commands that you can undo, go to the Expert configuration and set a new value of the property /org.openoffice.Office.Common/Undo Steps.


Sajoo Yaaddannoo

Ajajawwan muuraasa (fakkeenyaaf haalata gulaalii)n gaabbuu hin danda'aman.


Sajoo Qaxxee

Gulaalii - Irra deebii filuudhaan ajaja gaabbii haquu ni dandeessa.


Waa'ee ajaja Gaabbii gabbateewwan hojjettu,ajaja kuusa deetaa keessa

Yeroo gabateewwan kuusaa deetaa hojjettu,ajaja dhuumaa qofa gaabbuu dandeessa.

Sajoo Ofegannoo

Qabwentaa waraabbii gabatee kuusaa deetaaa keessaa kan haanga ammaatti hin olkaa'amne yoo jijjiirtu, ittaansuudhaan ajaja Gaabbii fayyadami, waraabbiin ni haqama.


Waa'ee ajaja Gaabbii dhiheessa keessa

Tarreen Gaabbii qulquulaa'eera yeroo teessuma haaraa islaayidiif fayyadu.