Galmeewwan Dhihoo

Faayiloota yeroo baay'ee dhihoo banaman tarreessa. Faayilii tarree keessa banuuf, maqaa isaa cuqaasi.

The number of files that are listed can be changed in the Expert configuration by setting the property /org.openoffice.Office.Common/History PickListSize.

Faayiliin muraa LibreOffice olkaa'un banama.