Fooyya'insa

Fooyya'insa hedduu galmee amme faayyilii walfakkaataa keessatti olkaa'a akkasumas gurmeessa. Dabalataanis fooyya'insa duraani banuu,haquu fi waliin dorgomsiisuu ni dandeessa

Ajaja kana bira gahuuf...

Faayilii - Fooyya'aafiladhu


Sajoo Ofegannoo

Jalateessa faayilii fooyya'insa odeeffanno qabatee (Faayilii - Akkatti Olkaa'a filuudhaan)yoo olkeessu, fooyya'insi odeeffanno faayilii waliin hin olkaa'amne.


Fooyya'insa Haaraa

Dirqalaawwan fooyya'insa haaraa galmee qindeessi.

Fooyya'insa Haaraa Olkaa'a

Haala galmee ammee akka fooyya'insa haaraatti olkaa'a. Yoo barbaadde dabalataanis, yaaddawwan Qaaqa fooyya'insa yaada Galchii keessatti fooyya'insa haaraa dura olkeessu galchuu ni dandeessa.

Fooyya'insa Yaadaa Galchi

Yeroo fooyya'insa haaraa olkeessu yaada asitti galchi. Qaaqa kana banuuf, yoo Muul'isii cuqaaste, yaada gulaaluu hin dandeessu.

Yoomiyyuu fooyya'insa olkaa'i yeroo cuftu.

Galmee kee irratti jijjiirraa yoo taasifte, LibreOffice fooyya'insa haaraa galmee yeroo cuftu ofumaan olkaa'a.

If you save the document manually, do not change the document after saving, and then close, no new version will be created.

Fooyya'insawwan Jiraataa

Fooyya'insawwan Jiraataa kan galmee ammee tarreessa, barrii fi sa'aatiin uumamaniiru, barressaa fi yaadawwan firoomsi.

Cufi

Qaaqa cufee jijjiiramoota mara ol kaa'a.

Bani

Fooyya'insa filatame foddaa dubbisa qofaa keessaa bana.

Mul'isi

Yaada hundaa fooyya'insa filatameef agarsiisa.

Haqi

Fooyya'insa filatamee haqa.

Waliin madaali

Compare the changes that were made in each version. If you want, you can Manage Changes.