Walii gala

Odeeffannoo bu'uuraa waa'ee faayilii ammee qabata.

Ajaja kana bira gahuuf...

Faayilii - Amala - Waliigalaa caancala Faayilii - Amala - Waliigalaa caancala


Faayilii

Maqaa faayilii agarsiisa.

Akaakuu:

Akaakuu faayilii galmee ammeetiif agarsiisa.

Iddoo:

Xurree fi maqaa galeeloo bakkaa fayiiliin itti kuufamu agarsiisa.

Hamamtaa:

Hammamtaa galmee ammee baayitiidhaan agarsiisa.

Uumane:

Yeroo fayilli jalqaba olkaaa'ame, bara, sa'aatii fi barreessa agarsiisa.

Fooyya'aa:

Yeroo faayilli dhuma dhangii faayilii LibreOfficekeessaa ol kaa'ame bara, sa'aatii fi barreessaa agarsiisa.

Template:

Displays the template that was used to create the file.

Lakqurxaawwan mallatteeffame:

Baraa fi saa'atii yeroo faayilli dhuma mallatteeffame akkasumas maqaa barreessa galmee mallatteessee agarsiisa.

Lakqufuxaawaa Mallattoo

Opens the Digital Signatures dialog where you can manage digital signatures for the current document.

Dhuma kan maxxanfame:

Bara sa'aatii fi maqaa fayyadamaa yeroo faayilli dhumarra maxxanfame agarsiisa.

Total editing time:

Displays the amount of time that the file has been open for editing since the file was created. The editing time is updated when you save the file.

Lakkoofsa wayyeessaa:

Lakkoofsa sa'aatii faayilliwwan faayilliittiolkaa'ame agarsiisa.

Deeta Fayyadamaa Fayyadami

Saves the user's full name with the file. You can edit the name by choosing - LibreOffice - User Data.

Reset Properties

Gulaallii sa'aatii zeerootti haaromsa, bara uumamaa gara baraammee fi sa'aatii lakkoofsa fooyya'aa gara 1 tti. Barooni fooyya'iinsa fi maxxanfamuu ni haqama