Ibsa

Ibsa odeeffannoo waa'ee galmichaa qabata.

Ajaja kana bira gahuuf...

Faayilii - Amala - Ibsaa caancala


Mata duree

Mata duree galmichaaf galchi.

Dhimma

Galmeedhaaf dhimma galchi. Galmeewwan qabeentota walfakkaatuun gurmeessuuf dhimma fayyadamuu ni dandeessa.

Jefuraa

Jechoota qabeentaa galmee kee kaasaaf fayyadamuu barbaadde galchi.Keywords must be separated by commas. Jefuraan iddoo adii arfiilee ykn buufata xinnaawwan ofkeessatti qabata.

Yaadoota

Yaadawwan galchi galmeeadda baasuuf akka si'i gargaaru.