Cufi

Galmee ammee sagantaa osoo hin balasiin cufa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Faayilii - Cufi


Ajajni cufii galmee ammeetiif fodaawwan banaa mara cufu.

Galmee ammeetti jijjiirraa yoo taasifte, jijjiirraa kee olkaaluu yoo barbaadde ni jajjabeeffamta.

Yeroo galmee foddaa dhumaa baname cuftu, Jalqaba Wiirtessi argita.