Daldala

Qunnamtii odeeffanno kaardiwwan daldalaatiif kan teessuma irraaa akaakuu 'Hojii,Kaardii Daldalaa' fayyadamu qabate. Teessowwan kaardii daldalaa caancalaa Kaardiiwwan Daldalaa irratti filatamaniini.

Ajaja kana bira gahuuf...

Faayilii - Haraa - Kaardii Daldalaa caancalaa


Deetaa daldalaa

Qunnamtii odeeffannoo kaardii daldalaa kee irratti dabaluu barbaaaddu galchi.

Sajoo Yaaddannoo

Maqaakee kaardii daldalaa irratti dabaluu yoo barbaadde,maqaa kee caancala Dhuunfaa irratti galchi. Ittaansuudhaan teessoo caancala Kaardiiwwan Daldalaa irraa kan maqaa iddooqaa dabalate fili.


Kuubbaaniyyaa

Type the name of your company in this field.

Kubbaaniyaa sarara 2ffaa

Odeeffannoo dabalataa kubbaaniyaa keetii galchii.

Dhaadannoo

Dhaadannoo kubbaaniyaa keetii galchi.

Xurree

Type the name of your street in this field.

Iyyaatoo teessoo

Type your ZIP in this field.

Magaalaa

Type the city where you live.

Naannoo

Type your state.

Biyya

Maqaa biyyaa iddoo daldalli kee itti argamu galchi.

Gita hojii

Type your position in the company in this field.

Bilbila

Lakkoofsa bilbila daldala galchi.

Mobaayila

Lakkoofsa bilbila mobaayilii kee galchii.

Faaksii

Type your fax number in this field.

Manataa Saphaphuu

Teessoo intarneetti manataa saphaphaa kubbaniyyicha keegalchii.

Ergaa-e

Type your e-mail address. For example, my.name@my.provider.com