Dhuunfaa

Odeeffannoo namaa kaardiwwan daldalaatiif qabate. Teessowwan kaardii daldalaa cadncala Kaardiwwan Daldalaa irratti filatamaniiru.

Ajaja kana bira gahuuf...

Faayilii - Haaraa - Kaardii Daldalaa - Dhuunfaa caancalaa


Deetaa Dhuunfaa

Enter the contact information that you want to include on your business card. You can also modify or update these entries by choosing - LibreOffice - User Data.

Maqaa duraa

Type your first name.

Maqaa dhumaa

Type your last name.

Qubduraa

Type your initials.

Maqaa duraa 2

Maqaa duraa namichaa akka qunnamtii lammaffaatti fayyadamuu barbaadduu galchi.

Maqaa Dhumaa 2

Maqaa dhuma namichaa akka qunnamtii lammaffaatti fayyadamuu barbaadduu galchi.

Qubduraa 2

Qubduraa namtichaa akka qunnamtii lammaffaatti fayyadamuu barbaabduu galchi.

Xurree

Type the name of your street in this field.

Iyyaatoo teessoo

Type your ZIP in this field.

Magaalaa

Type the city where you live.

Naannoo

Type your state.

Biyya

Maqaa biyya keessa jiraattuu galchi.

Mata duree

Type your title in this field.

Kaamaya

Mataduree kaamayaa keetii galchi.

Bilbila

Lakkoofsa bilbilaa mana keetii galchi.

Mobaayila

Lakkoofsa mobaayili kee galchi.

Faaksii

Type your fax number in this field.

Manataa Saphaphuu

Teessoo intarneetii manataa saphaphuu galchi.

Ergaa-e

Type your e-mail address. For example, my.name@my.provider.com