Kaardiwwan Daldalaa

Kaardiwwan daldalaa ofii keetii Saxaxuudhaan uumi. Lakkoofsa dur-murtaawaa irraa hammamtaa dhangiiwwanii ykn kan kee uumuu filuu ni dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Faayilii - Haaraa - Kaardii DaldalaaFiladhu


Giddu galeessa

Lakkoofsa dur murtaawaa hammamtaa dhangiiwwani irraa hammamtaa kaardii daldala kee fili,ykn hammamtaa dhangii Caancala Dhangii irratti murteessitu fila.

Kaardiwwan Daidalaa

Mul'ina kaardiiwwan daldalaa kee qindeessi.

Dhuunfaa

Odeeffannoo namaa kaardiwwan daldalaatiif qabate. Teessowwan kaardii daldalaa cadncala Kaardiwwan Daldalaa irratti filatamaniiru.

Daldala

Qunnamtii odeeffanno kaardiwwan daldalaatiif kan teessuma irraaa akaakuu 'Hojii,Kaardii Daldalaa' fayyadamu qabate. Teessowwan kaardii daldalaa caancalaa Kaardiiwwan Daldalaa irratti filatamaniini.

Dhangii

Dhangeessa waraqaa dirqaalawwan qindeessi.

Dirqalawwan

Dirqalawwan dabalataa asxaawwan keetiif ykn kaardiwwan daldalaa,barruu wal simataa fi qindaa'ina maxxansaa dabalatee qondeessa.

Reset

Resets changes made to the current tab to those applicable when this dialog was opened.