Dirqalawwan

Dirqalawwan dabalataa asxaawwan keetiif ykn kaardiwwan daldalaa,barruu wal simataa fi qindaa'ina maxxansaa dabalatee qondeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Faayilii - Haaraa - Waammee - Dirqala caancala filadhu.

Faayilii - Haaraa - Kaardii Daldalaa - Dirqala caancala filadhu.


Fuula Hundaa

Creates a full page of labels or business cards.

Asxaa Baaqee

Prints a single label or business card on a page.

Tarjaa

Lakkoofsa asxaawwani ykn kaardiwwan daldalaa tarree keessa kan fuula kee irratti qabaachuu barbaaddu galchi.

Tarree

Lakkoofsa tarreewwan asxaawwani ykn kaardiwwan daldalaa fuula kee irratti qabaachuu barbaadde galchi.

Qabeentota walsimsiisi

Allows you to edit a single label or business card and updates the contents of the remaining labels or business cards on the page when you click the Synchronize Labels button.

Asxaawwan Walsimsiisi

The Synchronize labels button only appears in your document if you have selected the Synchronize contents on the Options tab when you created the labels or business cards.

Qabeentota bitaa asxaa gubbaa ykn kaardii daldalaa gara asxaawwan hafanii ykn kaardiwwan daldalaa fuula irraa jaltees.

Maxxansaa

Maqaa maxxansaa amma filatame agarsiisa.

Qindaa'ina

Opens the Printer Setup dialog.