Dhangii

Dhangeessa waraqaa dirqaalawwan qindeessi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Faayilii - Haaraa - Waammee - Dhangii caancalaa filadhu.

Faayilii - Haaraa - Waammee - Dirqala caancala filadhu.


Surdala figgimfamaa

Fageenya asxaawwani ykn kaardiwwan daldalaa qarree ittaanuu gidduu agarsiisa. Dhangii maammiloo yoo qindeessitu, iddoo kanatti gatii galchi.

Figgimfama sarjaa

Fageenyaa qarree olii asxaa ykn kaardii daldalaa gidduu fi qarree olii asxaa ykn kaardii daldalaa kallattiidhaan jalaa agarsiisa. Dhangii maammiloo you qindeessitu, gatii asitti galchi.

Yabbina

Yabbina asxaadhaaf ykn kaardii daldalaatiif agarsiisa. Dhangii maam miloo you qindeessitu, gatii asitti galchi.

Hojjaa

Hojiiaa asxaadhaaf ykn kaardii daldalaatiif agarsiisa. Dhangii mammiloo yoo qindeessitu gatii asitti gaichi.

Muudana bitaa

Fageenya qarree bitaa fuula irraa gara qarree bitaa asxaa jalqabaa ykn kaardii daldalaa agarsiisa. Dhangii maammiloo yoo qindeessitu,gatii asitti gaichi.

Mudana olii

Fageenya qarree gubbaa fuula irraa gara asxaa jalqabaa gubbaatti ykn kaardii daldalaa agarsiisa. Dhangii maammiloo yoo qindeessitu gatii asitti gaichi.

Tarjaawwan

Lakkoofs aasxaawwanii ykn kaardiwwan daldalaa yabbina fuulaa bal'issu barbaadde galchi.

Tarreewwan

Lakkoofsa asxaawwanii ykn kaardiwwan daldalaa kan hojjaa fuulaa bal'issu barbaaddee galchii.

Olkaa'i

Dhangii asxaa ammee ykn kaardi daldaalaa olkaa'a.

Dhangii Asxaa Olkaa'i

Sumuda

Sumuda barbaachise fili ykn gaichi.

Akaakuu

Akaakuu asxaa fili ykn galchii.

Dirree Durargii

Durargii filannoo ammee agarsiisi.