Asxaawwan

Specify the label text and choose the paper size for the label.

Ajaja kana bira gahuuf...

Faayilii - Haaraa - Waammee - Waammee caancalaa


Iniskriipshinii

Barruu asxaa(wwan)irratti mul'isuu barbaaddee galchii ykn saagi.

Asxaa barruu

Barruu asxaa irratti mul'isuu,barbaadde galchi.Dabalataanis dirree kuusaa deetaa saagi.

Teessoo

Teessoo deebii kee waliin asxaa uuma. Barruun kan ammeetti sanduuqa Barruu asxaabarreeffameera.

Sajoo Yaaddannoo

To change your return address, choose - LibreOffice, and then click on the User Data tab.


Kuusaa deetaa

Kuusaa deetaa akka madda deetaatti asxaa keetiif fayyadammtu fili.

Gabatee

Gabatee kuusaa deetaa dirree(wwan)qabatee kan asxaa kee keessatti fayyadamuu barbaadde fili.

Dirree kuusaa deetaa

Select the database field that you want, and then click the arrow to the left of this box to insert the field into the Label text box.

Maqaan diiree kuusaa deetaa sanduuqa Asxaa barruu keessatti sadallaadhaan marfameera. You barbaadde,dirreewwan kuusaa deetaa iddoodhaan qooduu ni dandeessa airree kuusaa deetaa sajarg haaraa irratti saaguuf Gaichuu Dhiibi.

Dhangii

You can select a pre-defined size format for your label or a size format that you specify on the Format tab.

Fufaa

Asxaawwan waraqaa fufaa irratti maxxansa.

Wardii

Asxaawwan wardiiwwan dhuunfaa irratti maxxansa.

Sumuda

Sumuda waraqaa fayyadamuu barbaadde fili. Tokkoon tokkon sumudaa hammamtaa dhangiiwwan ofiiisaa qaba.

Akaakuu

Hammamtaa dhangii fayyadamuu barbaaddee fili. Dhangiwwan jireessaa sumuda tarree Sumuda keessatti filatte irratti hundaa'a. Asxaa maammiloo fayyadamuu yoo barbaadde, [Fayyadamaa] fila, ittaansuu dhaan Caancala Dhangii cuqaasi dhangii qindeessuu dhaaf.

Odeeffannoo

Akaakuu waraqaa fi bal'inni asxaa jala bal'ina Dhangiitti agarsiifama.