Jijjiirraa safatuuwwanii
Qaaqawwan gariin keessatti, gatii safartootaa gara sanduuqa naqaatti galchuu dandeessa. Yoo gatii lakkoofsaa galchite, safartuun durtii fayyada.
You define the default measurement unit for Writer text documents in the dialog that you get by choosing LibreOffice - PreferencesTools - Options - LibreOffice Writer - General. For Calc, Draw, and Impress, you open a document of that type and then open the appropriate General page as for Writer.
Sanduuqoota naqaa keessatti dheerina tokkoof akka tarree armaan gadiitti safartuu ida'uu dandeessa:
Gabaabbataa qeenxee |
Ibsa |
mm |
Miilimeetira |
sm |
Seentiimeetira |
in or ″ |
Inchii |
paayii |
Kutaasa |
pt |
Tuqaa |
Foormulootni kana gadii safatuuwwan jijjiiru:
-
1 cm = 10 mm
-
1 incii = 2.54 cm
-
1 inchii = 6 kutaasa = Akeeki 72
Fakkeenyaaf, barruu galmee keessaa, Dhangii - Keewwata - Galumsoota & Addaan Fageenyabani. Keewwata ammee inchii tokkoon galchuuf, gara sanduuqa "Barruu Dura"1 in ykn 1" galchi. Keewwata 1cm raan galchuuf, gara sanduuqa naqaatti 1 cm galchi.
Gatii hayyamame Irraantoo fi gadee walduraa duubaan galchuuf, gatii ammee cuqaasi itti aansuudhaan furtuu Fuul Olee yookaan Fuul Gadee dhiibi.