Qabdoota-Irradaddebiin Fayyadaman

Dhiisi

Dhiisi cuqaasuun jijjiirama wrramee tokkolee osso olhinkaaiin qaaqa cufa.

Xumuri

Jijjiiramoota hunda fayyadami akkasumas masakiichaas cufa.

Kamshaalee

Xiyyicha soojoowwan tokko tokkoo cina jiran caqasuun kamshaa banta. Kamshichaa sosochoosuuf, kabala matadurichaa harkisi. Battaluma qabdu hantuutttee gadhiisteen, kamshaan iddoo haaraatti hafa. Kamshaa mataduree gara iddoo biraatti harkisi, ykn gara qarree foodichaa, bakka kamshichaatti itti hidhamutti harkisi.Cuftuu foodaa soojoo caqasuun kamshaa cufi. Kamshaa dabalataan akka mul`atu gochuuf Ilaali - Kamshaalee - (maqaa kamshaa) fili.

Qabduu qaamii

  1. Akka hunka to'annootti, qaanxiin qabduu amaaloota dirree lakkoofsa, dirree sharafa, dirree guyyaaa, ykn dirree sa'atiiti. Yoo amlichiif spin bootoon hojeete dirricha mallattoolee cimdii irran gadee ykn dagaleen akkatan mul'isa .

  2. Bu’uura IDE keessatti, qabduun qanxii maqaa kan xiyya olee lama waliin lakkoofsa dirreef gargaaru dha.

Dirree qabduu qaanxii itti aanu keessatti gatii lakkoofsaa barreessuu, ykn qabduu qaanxii irraa gatii mallattoolee xiyya - olii ykn xiyya - gadii waliin filachuu dandeessa. Gatiicha hir'suuf yookiin dabaluuf gabatee cuqoo irraa furtuulee xiyyaa alkaassaa fi gadbuusaa dhiibu dandeessa. Gatii olaanaa fi gadaanaa qindeessuuf furtuu Fuul Olee fi Fuul Gadee dhiibu dandeessa.

Osoo dirreen qabduu qaanxii itti aanuu gatiiwwan lakkoofsa hiike, dabalataan safartuu hiikuu dandeessa, fakeenyaaf, 1 cm ykn 5 mm, 12 pt ykn 2".

Jijjiiri

Qaaqa keessa gara fulduraatti yoo cuqaafte, qabduun kun itti aanee jedhama. Fuula jalqabaa irratti qabduun maqaa Jijjiiri qaba. Jijjiirraan qabduu cuqaasuun raawwatama.

Baafata Halqaraa

Baafata halqara wantaa kakaasuuf, jalqaba wanta fiachuufqabduu hantuutee waliin cuqaasi, itti aansuudhaan yeroo furtuu Ctrl ykn ajajaa fi furtuuwwan dirqalaa gad qabdu, . Baafatni halqaraa gariin osoodhuma wanti hin filatamiin illee waamamuu danda'u. Baafatni halqaraa LibreOffice keessatti iddoo maratti argama.

Haqi

Maalimaa ykn maalimoota filataman dhugoomsa booda haqa.

Haqi

Maalimaa ykn maalimoota filataman dhugoomsa osoo hin barbaadiin haqa.

Safartuuwwan

You can enter values in the input fields in different units of measurement. The default unit is inches. However, if you want a space of exactly 1cm, then type "1cm". Additional units are available according to the context, for example, 12 pt for a 12 point spacing. If the value of the new unit is unrealistic, the program uses a predefined maximum or minimum value.

Cufi

Qaaqa cufee jijjiiramoota mara ol kaa'a.

Cufi

Qaaqicha cufa.

Fayyadami

Qaaqa osoo hin cufiin gatii foyyaa'e ykn filatame fayyadama.

Suntuursi / Irraanessi

Qooqsi sajoo qaaqa gara hamamtaa dirree naqaatti hir'isa. Kanaafuu wabii wardii irratti mallatteessuuf ni salphata. Sajoon ofumaan sajoo birootti jijjirama. Sajoo Olaansi. Qaaqa hamamtaa isa duraatti deebisanii kuusuf cuqaasi.

Yeroo hantuuteedhaan barruu irratti cuqaastu qaaqni ofumaan xiqqaata. Akkuma ati qabduu hantuutee gad lakkiifteen, qaaqni bakkatti deebi'a akkasumas hangi wabii hantuutee waliin qindaa'e galmee keessatti godayyaa cuquliisaan shoolama.

Sajoo

Suntuuruu

Sajoo

Irraanessi

Dirree Durargii

Durargii filannoo ammee agarsiisi.

Itti aanee

Qabduu itti aanee cuqaaasi, akkasumas masakichi haalataalee qaaqa ammee fayyadama sana booda gara eejjatoo itti aanutti fufa. Yoo eejattoo xumuraa irra jiraatte, qabduun kun Uumi ta'a.

Dialog Buttons

Haaromsi

Resets modified values back to the tab page previous values.

Dhiisi

Closes dialog and discards all changes.

OK

Saves all changes and closes dialog.

Reset

Resets changes made to the current tab to those applicable when this dialog was opened.

Haaromsi

Jijjiiramoota caancala ammeetiif ta'an gara warreen yeroo qaaqni kun banametti hojiirra olanitti haaroomsa. Gaafatni dhugoomsuu yeroo qaaqa cuftu hin mul'atu.

Haaromsi

Gatiiwwan foyyaa'an gara gatiiwwan durtiitti haaromsa.

Sajoo Ofegannoo

Gaafatni dhugoomsuu hin mul'atu. Yoo qaaqa TOLE dhaan dhugoomsite qindaa'inootni hundi qaaqa kana keessa jiran ni haaroomu.


Waaltina

Gatiiwwan mul'atoo qaaqa keessaa gara gatiiwwan ijaarsa durtiitti deebisee haaromsa.

Sajoo Ofegannoo

Osoo durtiiwwan irra deebi'anii hin naqamiin dhugoomsi hin mul'atu.


Duuba

Filannoowwan qaaqa keessatti ejattoo duraa irratti uumaman mul'isi. Qabduun kun fuula lama irraa qofa kakkaafamuu danda'a.

Options

Click the Options label to expand the dialog to show further options. Click again to restore the dialog.

See also the following functions:

The search supports regular expressions. You can enter "all.*", for example to find the first location of "all" followed by any characters. If you want to search for a text that is also a regular expression, you must precede every character with a \ character. You can switch the automatic evaluation of regular expression on and off in - LibreOffice Calc - Calculate.

If an error occurs, the function returns a logical or numerical value.

(This command is only accessible through the context menu).

By double-clicking a tool, you can use it for multiple tasks. If you call the tool with a single-click, it reverts back to the last selection after completing the task.

Press Shift+F1 and point to a control to learn more about that control.

Options dialog buttons

OK

Save the changes in the page and close the Options dialog.

Cancel

Close the Options dialog and discard all changes done.

Reset

Resets changes made to the current tab to those applicable when this dialog was opened.

Sajoo Ofegannoo

Some options cannot be reset once edited. Either edit back the changes manually or click Cancel and reopen the Options dialog.