Kamshaalee

Kutaan kun, ilaalcha gubbaa kamshaalee Fakkasaa LibreOffice keessa jiran laata.

Ilaalchi gubbaa kuni qindaayina durtii kamshaa LibreOfficetiif ibsa.

Kabala Durtii

Kabalichi Durtii fayyadama LibreOffice hundumaa keessatti argama.

Kabala Fakkasaa

Kaballi Fakkasaa meeshaalee fakkasaa guguddaa qabata.

Sararaa fi Kabala Guutinsaa

Sararaa fi kabala Rigdoo haalataa gulaalii ammaatii ajajawwan of keessaa qaba.

Kabala Gabatee

Kabalii Gabatee , dalagaawwan isa ati yammuu gabateewwan waliin hojeechuudhaaf sibarbaachissu of keessaa qaba. Yammuu ati qaree gabatee keessatti siqsiitu mul'ata.

Kabala Dhangeessaa Barruu

Kabala Dhangeessaa Barruu agarsiissuudhaaf, qaree wanta barruu tokko keessa kaa'i.

Image Bar

Use the Image bar to set the color, contrast, and brightness options for the selected graphic object(s).

Kabala Tuqaalee Gulaali

Kaballi Tuqaalee Gulaalikan mul'atu, yammuu wanta rogaddee filatuufii Tuqaalee Gulaali cuqaastuudha.

Kabala Dirqalaawwanii

Kaballi Dirqalaawwanii Kamshaalee - Dirqalaawwanii - Mul'isi filuudhaan agarsiifamuu dandaa'a.

Kabal Halluu

Kabala Halluumul'isa ykn dhoksa. Gabatee halluu agarsiifamee fooyyeessuu ykn jijjiiruuf Dhangii - Bal'ina fili, ittaansuudhaan cancala Halluuwwan irraa cuqaasi.

Kabala Haalojii

Kabalii haalojii oddeefannoo waa'ee galmee keetii, wantaa amma filataman dabalee agarsiissa. foddaa qaaqa kanaan walfakkatan banuuf, wantoota kabala haalojii dhuma san irra lama-cuqaasuu nidandeessa.

Ijaarsa G3

Kamshaan Ijaarsa G3, amaloota wantawwan G3 filatamanii too'ata.

Hojbocquu

Kamshaan Hojbocquu kan banamu yammuu wantaa Hojbocquu tokko filatuudha.

Saagi