Wantota Naanneessuu

Wanta qabxii gubbisu isaarraa naanneessu ni dandessa (qabxii gidduu) yookiin gubbisuu ati bocu.

Sajoo

wanta naanneessuudhaaf barbaadde fili. Kamshaa Haala irraa kaafama LibreOffice keessaa ykn Fakkasaa irraa kan dinqisiisaa bar LibreOffice keessaa sajoo Naannessi cuqaasi.

Qaree gara fanno moggeetti sichosi,kanaaf qareen gara mallatto naaneessaatti jijirama. Wanticha sochoosuuf qabannoo harkiisi.

Baay'attoota digirii 15 qabaniif marsa dhorkuuf furtuu Shift gad qabi.

Baafata halqaraa banuuf wanta mirga cuqaasi. Gatii marsaa sirrii ta'e galchuuf qubannoo fi Hamamtaa - Marsaa filadhu.

Sajoo

Iddod gubbeessuu jijjiruuf,geengoo xiqqoo gidduu wanticha keessaa gara argama haaraatti harkisi.

Wanticha gadee fidalgeetti dabsuuf,cinaa qabannoowan tokkoottii harkisi.