Wanta Fakkasuuf furtuuwwan quxxamuraa
kiiboordii fayyadamuun kaafama wantootaa uumuufi gulaaluu ni dandessa.
kaafama wantootaa uumuu fi gulaaluuf
-
F6 dhiibuudhaan kabala Drawingtti deemi.
-
Furtuu xiyyaa Mirgadhiibi,haamma kamashaa sajoo meeshaa kaafamuu bira geessuutti.
-
yoo xiyyi sajootti aanee jiraate,kaafamuun meeshaa hir'uu(walakkaa kamshaa bana. Dhiibii OLYookiinGadihir'uu(walakkaa kamshaa banuuf furtuu xuyyaa, itti aansuun dhiibi MirgaYookiinBitafurtuu sajoo filuudhaaf.
-
Press CommandCtrl+Enter.
wantanni gidduu galmee ammatti uumama.
-
To return to the document, press CommandCtrl+F6.
Wanta iddoo barbaadde qubachiisuuf furtuuwwaan xiyya fayyadamuu ni dandessa.Ajaja ibsa haalata irraa wantoodhaaf filuudhaaf,Jijjirraa +F10.
Wanta filuudhaaf
-
Press CommandCtrl+F6 to enter the document.
-
Hamma wanta filuu barbaadde geessuutti Caancala dhiibi.