sararawwan Walqunnamsiisuu .
Ennaa sararawwan wal qunnamsiiftu,sararawwan dhuma ollaa gidduutti diriirfamaniiru.
Sararawwan wal qunnamsiisuuf:
-
Sararawwan lamaa yookiin isaa ol filadhu.
-
Cuqaasa mirgaa taasisuunFooyyesuu-Qunnamuufiladhu.
Wanta cufamaa uumuudhaaf, Saaricha cuqaasa mirgaa taasisuuCufaa Wantaafiladhu.
Sararawwan wal qunnaman irrattii ajaja Wanta Cufi, Sararoota Unkabilisaa fi Qonyoota fayyadamuu qofa dandeessa.