Wantoota Baayyisuu
Baayifama yookiin baayiina garagalchoota wantaa uumuu ni dandeessa .Garagalchoonni hammamtaa, halluun walfakkaachuu yookiin gargar ta'uu nidanda'a.
Fakkeenyi armaan gadii, baayifama garagalchoota cita baaqqee tarreeffama mallaqoota uuma.
-
Cita keelloo jajjaboo meeshaa harkisuu cita fayyadami.
-
Cita filuun Gulaallii -Baayifama filadhu.
-
12 akka lakkoofsa garagalchootaa galchi.
-
Dalgee fi Hojjaa gatii hi'eentaa galchii, kanaaf mallaqoonni hammamtaan akkasitti hiriisu.
-
Halluu cehuumsaa mallaqootaaf hiikuudhaaf, sanduuqawwan JalqabaDhuma keessaa halluuwwan adda addaa fili Malluun jalqaba wantichaati baayiftuu irratti hojiirra oola.
-
Jalteessuu(baayisuu) uumuudhaafTOLECuqaasi.